Magaalaan Godina Walloo Kaabaa taatee Waldiyaa yeroo TPLF jala galte baatii Hagayyaa kaasee deeggarsa omaa akka hin arganne jiraattonni BBC'tti himan. Tajaajilli bilbilaafi intarneetii waan adda ...
Humni waraanaa Itoophiyaa Affaar keessaa Cifraa deebisee to'achuun gara Baatii fi Kombolchaatti qajeeluu miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan. Humni waraanaa Itoophiyaa bakka Burqaa jedhamtu kan humna ...