Dhalataan Itoophiyaa Raashiyaa waggoota 35 jiraatan waayee biyya kooti jedhaniin Raashiyaa yoo himan, ''otoo waraanni as dhufee duuluunkoo shakkii hinqabu'' jedhan. Obbo Tafarraa Yewaala miilli ...
Senaatarri US Lindseey Girhaam weerarri Raashiyaan Yukireen irratti bante kan xumuramu yoo ''namni kun dhabamsiifame'' jedhan. Senaatarri kun twiitara gubbaatti erga maxxansaniin namni naannawa ...